Deuteronomy 5:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettani, me ilaala, AABBO Waaqi keenna ya guddinnaafi jabeenna ufi nu agarsiise, qonqo isale ya ibida keesaa d'ageenne: Nu arra Waaqa namaani dubbate nami ira hafe jiraate la agarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
jaarsonni biyya keessaniillee gara kiyya dhuftanii akkana naan jettan, ‹Rabbi Waandhi keenna kabajja'aa fi guddinna ufii nutti mudhiseera; ibidda keessaanillee laagaa isaa dhageenneerra; yoo Rabbi Waandhi nama woliin dubbatu namni inni woliin dubbatu sunillee yoo lubbu'uun jiraatu adha argineerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna ulfinnaa fi guddinna ifii nutti mudhisee, ibidda keessaa qoonqoo isaa dhageenneerra. Waaqi yoo isatti dubbatelle, nami le'uu akka dande'u nuuti adha dhaggineerra.