Deuteronomy 5:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma nu maafi doona? Ibida jabaani kunini nu balleesa. Yo nu qonqo AABBO Waaqa keenna maro d'ibi d'ageenne, nu indoona.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa amma ibidda guddaa kanaan gubannee maaf duuna? nu amma deebinee laagaa Rabbii Waaqa keennaa yoo dhageenne hin duuna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, ibiddi guddaan kun nu fixa; haganaa achi qoonqoo Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa yoo dhageenne hin duuna; nuuti maaf duuna ree?