Deuteronomy 5:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lubbu qabu tokoleeni ka eegi Waaqa jireenna ka ibida keesaa dubbate d'agaye jiraate injira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama foon uffate maraa keessaa akka keenna laagaa Rabbii Waaqa jiraataa keennaa ka ibidda keessaan dubbatu dhagayee ka lubbu'uun jiraate eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii namaa keessaa eennutti Waaqi jiraataan ibidda keessaa dubbatuun dhage'ee, akka keenna le'uu dande'e jiraa ree?