Deuteronomy 5:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musa, atini beeni deebii waan AABBO Waaqi keenna siini jed'u ch'ufa ch'aqasi. Duuba waan inni siini jed'e deebii nuti himi. Nu duuba ch'aqamne guunna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ati gara isaa dhiyaadhuu waan Rabbi Waandhi siin jedhu dhagayi; waan inni siin jedhe maraa koottuu nutti himi nullee dhageennee raawwannaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati itti dhikaadhuutii waan Mootiin Waan Mara Waaqi keenna jedhu mara dhage'i. Achiin duuba waan Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna sitti himu mara nutti himi. Nuutille dhageennee hin ajajanna› jettane.