Deuteronomy 5:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dubbi taana d'agaye, jennaani waan naani jed'e, Anini waan worri kunini jed'e ya d'agaye, wonti worri jed'e ch'ufti d'uga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa isin waan kana natti himtan Rabbi waan isin naan jettan dhagayee akkana naan jedhe ‹Jecha baniin kun laagaa gudda'aan sitti hime dhagayeera; wonti isaan siin jedhan maruu waan misha'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa yennaa isin natti dubbatane dhage'ee, anaan, ‹Waan kolbaan tun siin jette dhage'eera. Wonni isaan jedhane marti dansa'a.