Deuteronomy 5:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila worri yo ch'ufa akana arge! Ato sila worri naa saalfate, seera kiyya ch'ufa jabeese guute, wonti ch'ufti worraafi ilmaani isaanile haga jiru jireenna nagaya taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaanii fi ijoollee isaaniitii fi wonti mishaan baraa haga bara baraa akka isaanii qajeelu, akka na sodaatan hennaa maraa ajaja kiyya akka eegan qalbii akkanaa kana uduu qabaatanii maal ta'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hay, isaanii fi ijoollee isaaniitiif, haga bara baraa akka toltu, na sodaatiisaaf ajaja kiyya mara akka eegatanu yennaa mara gadhaa akkasii adoo qabaatanee attam attam dansa'a!