Deuteronomy 5:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini, Musa, arma na woliini tai, duuba anini aadaafi seera kiyya ch'ufa sii kenna. Biyya barsiisi, aka worri lafa amma anini kennuufi tana keesati jabeese guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garuu asuma na bira dhaabadhu; ajajaa fi murtii isaan barsiiftee lafa ani isaanii kenne irratti eegan maraa sitti himaa›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo as na bira turi; lafa akka isaan dhaalanuuf ani isaaniif kennu keessatti akka eegatanu akka isaan barsiittuuf ani ajaja, seerataa fi seera kiyya mara sitti hin kenna› jedhe.