Deuteronomy 5:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli eegad'a, aka waan ch'ufa ka AABBO Waaqi keesani isaniini jed'e kana tolchitani. Aada isaa tokole indidina
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu waan Rabbi Waandhi keessan isin ajaje raawwadhaa'a; isa irraa bita'aa fi mirga hin gorinaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre waan Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin ajaje mara eegadha'a; isa irraa gara middaatitti yookiin gara bita'aatitti hin gorina'a.