Deuteronomy 5:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ch'ufa guuta, aka wonti ch'ufa nagaya isanii taate, isani lafa amma iti qubachu geetani tana keesa teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka lubbu'uun jiraattan, akka wonti mishaan isinii ta'u lafa dhaaltan irratti umuriin keessan akka dheeratu karama Rabbi Waandhi keessan isin ajajeen deemaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa dhaaltanu keessatti jiru'uun akka leetanu, akka isinii toltuu fi bara dheeraa akka leetanu karaa Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin ajaje mara deema'a» jedhe.