Deuteronomy 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha waan tokole, ka lafafi gubbaafi, bisaani lafa jala jirale boch'ite imid'afatiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Fakkeenna waan fakii gara garaa irraa bocamee, fakkeenna waan Samii gubbaa jiruu, fakkeenna waan lafa irra jiruutii fi fakkeenna waan bisaan keessa jiruu ufiif hin hojjatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Waaqota dharaa fakkii waan ol-gubba'aatiin yookiin waan gad lafa irraatiin yookiin waan bisaan keessa lafa jala jiruutiin hin hujatin.