Deuteronomy 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nama isaa jibbu maruma tokotu balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra isa jibban balleessu'uuf haluu isaanitti baya; worra isa jibbanitti hin turu; daddafee haluu isaan baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra isa jibbu ammoo balleessiisaan adoo isaan dhagganuu haluu hin baya; worra isa jibbu adoo isaan dhagganuu haluu bayiisaaf hin turu.