Deuteronomy 7:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi fayyad'aba ch'ufa isani iraa d'owa. D'ukubi hamaani isani lafa Misiri keesati argattani kaani deebie isanitini ind'ufu, ammo nyaapa keesani ch'ufa itiini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi dhukkuba maraa si irraa fageessa; dhibee biyya Misiriititti beettu hamaa san si irra hin geessu; diintota kee maraa irratti fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dhukkuba mara irraa si eega; inni dhukkuba guddoo sodaachisu ka ati biyya Gibxi'ii keessatti beettu, worra si jibbu irratti fida malee si irratti hin fidu.