Deuteronomy 7:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa ch'ufa ka AABBO Waaqi keesani harka keesaniti kennu balleesa diqole inahiinaafi. Waaqa worraa inkad'atiina, yo kad'attani ya t'urura keesa buutani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Orma Rabbi Waandhi kee si mooyachiisu maraa hin balleessita; garaa isaanii hin laaftu; waandhi isaanii tolfamaan waan siiboo sitti ta'uuf isaan hin waaqeffatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa biyya adda addaa ta Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti harka keetitti dabarsee kennu mara balleessi malee, isaaniif hin mararin. Isaan tiyyoo waan sitti te'anuuf, waaqota isaanii hin waaqonfatin.