Deuteronomy 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hegeri, gochiti tunini nura guddo, nu akami dandeenne lafa tana keesa baamna? injed'ina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«‹Qalbii tee keessatti ormi kunniin ana caalaa waan baay'ataniif attamitti isaan baasuu danda'a? jettee yaaddoftee isaan hin sodaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati, «Kolbaan biyya adda addaa tun nu caalaa jajjaddu'u; nuuti attam dandeennee ariinee isaan baanna» jettee yaadda fa'a.