Deuteronomy 7:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Insodaatina; waan AABBO Waaqi keesani Faraofi worra Misiri ch'ufa tolche qaabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu waan Rabbi Waandhi kee Fari'oonii fi biyya Misirii maraa irrattuu godhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hin sodaatin. Waan Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti mooticha biyya Gibxi'iitii fi worra Gibxi'ii mara irratti godhe midhassii qaabadhu.