Deuteronomy 7:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala hama isani ila teesaniini gartanifi waan jabdu ka mamatiifi irreefi harka jaba AABBO Waaqi isaaniini baase qaabad'a. Akuma inni worra Misiri gaafasi balleese, akasuma worra isani sodaattani kana ch'ufale balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
balaa gugurdaa banii kee irratti argite; hujii gugurdaa, baasaa fi maalalee akkasuma hunnaa fi baallii Rabbi Waandhi kee bilisa si baaseen yaadadhu; akkuma banii biyya Misirii itti balleessetti banii ati adha sodaattu kanniin maraa hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balaa gugurdaa bilbaasota, maadee, hunna guddo'oo fi irree diriirsee Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si baase ila teetiin dhaggiteerta. Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, kolbaa biyya adda addaa ati amma sodaattu tana mara akkasuma hin godha.