Deuteronomy 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja AABBO Waaqi keesani worra kana harka keesaniti kenne isani worra dabsattani. Worra ch'ufa haguma worri gahunu balleesuu maltani. Wold'at'ani golli woli intahina, diqole worraa innahina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi Waandhi kee akka ati isaan mooyattu si taasise; hennaa isaaniin loltu sirima isaan balleessi; isaan woliin waadaa hin galin; isaan hin dhiisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti kolbaa tana mara harka keetitti dabarsee yennaa kenne, atille yennaa isaan injifatte, isaan mara balleessuu qadda. Isaan woliin wolii galtee hin godhin; isaaniifille hin mararin.