Deuteronomy 7:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worra kana insodaatina. AABBO Waaqi keesani isani woliini jira; inninu Waaqa gudda ka sodaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ati banii kanniin hin sodaatin; Rabbi Waandhi kee si woliin jira; inni Rabbii guddaa sodaatamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, Waaqi guddaan sodaachisaan waan si woliin jiruuf, isaan si hin rifachiisin.