Deuteronomy 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tokuma tokooni gosa tana ch'ufa, ato isani d'uftanu, isani duraa balleesa. Dandeetani maruma tokooni imballeesitani, wonti akanatiifi, yo isani akana tolchitani, bineensi ala lafa ira dabre isani dabsatafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi kee banii kaniin suutuma suutaan buqqisa'aa isaan balleessa; isaan maraa hennaa tokkoon hin balleessitu; yoo kana goote busaawaan lafa irratti baay'atee si rakkisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa biyya adda addaa tana diqquma diqqo'oon si duraa ari'ee hin baasa. Bineensi akka sitti hin bacanne, mara isaanii yennuma takka'aan hin balleessin.