Deuteronomy 7:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hayyoota worra harka keesaniti kenne, isaani worra ijeeftani, maqa worra lafa keesaa balleesitani. Nami tokoleeni dandae isani ind'owu, haga isani worra ch'ufa balleesitaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootota isaaniillee si jalatti kuffisa; ati isaan balleessitee akka maqaan isaanii irraanfatamu goota; eennullee ka uf irraa si dhoogguu danda'u hin jiru; ati maraa hin balleessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mootota isaanii harka keetitti dabarsee hin kenna. Ati maqaa isaanii lafa irraa hin balleessita. Eennulle si dura dhaabbatuu hin dande'u; ati isaan mara hin balleessita.