Deuteronomy 7:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri boch'e aka waaqa kad'atu ch'ufa guba balleesa. Qarsifi worqi waan suniti jirtu d'araatani infud'atina. Yo akasi taatani ya t'urura keesa ufi buuftani wonti akanatiifi wonti suni waan AABBO Waaqi guddo jibbu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa isaanii ka faki'iin bocame ibiddaan gubda; worqi'ii fi birrii waandhi tolfamaan isaanii hojjatameenillee hin hawwin; inni Rabbii Waaqaa kee afo'otti battii waan ta'eef akka isaan hin qabamne isa irraa womaa hin fudhatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota isaanii ka dharaa ibiddaan gubi. Meetii yookiin worqii irratti maxxanfanteertu halchitee hin fudhatin yookiin isiin Mootii Waan Maraa Waaqa keeti ta diqachiittu waan teeteef, gufuu sitti teeti.