Deuteronomy 7:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi jibbu kana tokole mana keesani keesa inkayina: hegeri abaarsi waan suni isaniti deebia. Waan aka waaqa kad'attani kana ch'ufa jibba, tufad'a, wonti akanatiifi AABBO Waaqi ya waan suni ch'ufa abaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isaa akka hin abaaramne waan battii gara mana keetii hin fidin; abaaramaa waan ta'eef shakki; jibbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota dharaa diqachiisaa kana gara mana keetii yookiin gara keeti hin fidin; yoo fidde atille akkuma isaanii hin badda. Isaan badi'iif waan adda bayaneeranuuf, ijjumaa diqadhu.