Deuteronomy 7:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi yo akasi taatani worri ilmaani teesani AABBO Waaqa iraa gorse waaqa d'ibi kad'achiisa. Yo wonti sunini taate, AABBO Waaqi isaniti dallane maro tokotu isaani balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaan akka na duukaa hin deemne waaqa tolfamaa biraa akka waaqeffatan isaan dogoggorsaniif Rabbi dafee aaree dheekkamsaan isin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille isaan ijoollee teeti ana Mootii Waan Maraa irraa deebisanee, akka isaan waaqota dhibii waaqonfatanu hin godhan; aariin ana Mootiin Waan Maraalle si irratti bobeettee, ariiti'iin si hin balleessiti.