Deuteronomy 7:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isani akasi tahu maltanifi waan isani worra qulqullo AABBO Waaqa keesaniitifi. Gosa lafa ch'ufa keesa jirtu keesaa AABBO Waaqi isani fohate, gumi ufi isani tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Rabbii Waaqa keetiif banii woyyuu waan taateef banii lafa irra jiraatan maraa irra isaaf banii isaa akka taatu Rabbi Waandhi kee si filateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille ati kolbaa woyyittii Mootii Waan Maraa Waaqa keetii ti. Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti kolbaa biyya lafaa mara keessaa qabeenna isaa ka addaa akka teetuuf si filateera.