Deuteronomy 7:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi isani jaalate kakhu inni ababoota teesani kakhate guute. Tanaafi inni jabeenna isaa guddaani isani baase, harka Farao, hayyu Misiri, ka isani tisse isaa taatani keesaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbi waan isin jaalateef waadaa abboota keessaniif kakate san waan eegeef Rabbi irree ufii jaba'aan harka Fari'oonii mootii biyya Misiriitii garbummaa keessaa isin baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo waan si jaalateef, waadaa abbootii teetiif gale eeguu waan barbaadeef, hunna ifii guddo'oon lafa garbumma'aa keessaa harka Fara'oonii mooticha Gibxi'ii jalaa si wode.