Deuteronomy 7:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beekha, AABBO Waaqa keesani ch'allati Waaqa, ka dubbi ufi guutu. Inni wold'aqisa ufi guute, jaalala ufile d'aloota kunki ka nama isaa jaalate seera isaa guutu agarsiisa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee Rabbi Waandhi kee Waaqa akka ta'e worra isa jaalatanii ajaja isaa eeganiif waadaa ufiitii fi araara ufii haga dhaloota kuma tokkoo Waaqa amanamumma'aan eegu akka ta'e beeki;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti Waaqa akka te'e beeki; inni Waaqa addatama'a; worra isa jaalatuu fi ajaja isaa eegatanuuf haga dhaloota kumaatitti gondooro'oo fi jaalala ifii ka bara baraa hin eega.