Deuteronomy 8:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera anini arra isani kenne kana jabeesa guuta, aka isani jiraattani, hortani lafa AABBO Waaqi ababoota teesani kakhate fud'attani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka lubbu'uun jiraattan, akka baay'attan, lafa Rabbi abboota teessanii kakate sanitti galtanii akka dhaaltan, seera ani adha isin ajaju maraa eega'aa amanamumma'aan raawwadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka Jiraattanuuf, akka bacattanuuf, lafa Mootiin Waan Maraa abbootii teessanii kenniisaaf kaku'uun waadaa galetti galtanee akka dhaaltanuuf, ifi eegadha'aatii ajaja ani adha isin ajaje mara eegadha'a.