Deuteronomy 8:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'a, aka AABBO Waaqa keesani indeene; seerafi aada isaa ta anini ara isanii kenne tana guutu illakisina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seera, ajajaa fi murtii ani adha si ajaju eeguu dhabu'uun Rabbii Waaqa kee akka hin irraanfanne uf eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaja, seerataa fi seera ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti adha sii kennu eeguu dhabiisaan akka hin deene ifi eegadhu.