Deuteronomy 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa gamooji ta aloo suni keesati sagale manna jed'ani, ta ababooti teesani taka inyaatini, isanii kenne. Inni aka isani ilaalatu gaargala isaniti buuse, aka eegi tana isani eebise, waan dansa isaanii kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bara dhumaatitti waan mishaa sii godhu'uuf si qoree si salphisu'uuf mannaa abbootiin tee hin beenne ka lafa gammoojji'iititti si nyaachise ati Rabbii Waaqa kee hin irraanfatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhuma irratti wonni dansaan akka sii teetu, akka ati gad jettu haga si ilaaliisaaf, goomolee keessatti, mannaa abbootiin teeti ijjumaa nyaatanee hin beenne si nyaachise.