Deuteronomy 8:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaabad'a, nami irre duroomtanini isanii kennu AABBO Waaqa keesani. Wonti inni akasi tolchufi, waan inni wold'aqisa inni ababoota teesani woliini tolfate, haga arrale gula deemuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu akkuma adha ta'e kana waadaa abboota keetiif kakate jabeessu'uuf akka ati qabeenna wolitti qabattu hunna sii kenneeraa Rabbii Waaqa kee qaabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akkuma adha godhe kana gondooroo ifii ta abbootii teeti ta duriitiif kaku'uun gondoore jabeessiisaaf, akka ati karra tana horattu dandeettii waan sii kennuuf, isa qaabadhu.