Deuteronomy 8:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deebitani AABBO Waaqa keesani inded'ina, yokhaani Waaqa d'ibiti garagaltani kad'attani inhojatina. Yo isani akasi taatani, anini arra Inuma dootani jed'e isani gorsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa kee irranfattee waaqa tolfamaa biraa yoo hordofte, yoo isaan waaqeffattee isaanii sagadde sirima akka baddan ani adhuma isinitti hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati Mootii Waan Maraa Waaqa keeti deetee, waaqota dhibii hordottee yoo waaqonfatte, isaaniifille yoo sagadde, dhugumaan akka isin baddanu ani adha dhugaa isin irratti hin baya.