Deuteronomy 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka AABBO Waaqi keesani ganna afurtama kana, lafa aloo ta gamooji tana keesa isaaniini deeme, qaabad'a; inni aka isani ilaalatu gaargala isaniti erge, aka waan garaa keesani keesa jirafi aka isani seera isaa guuttani beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Rabbi Waandhi kee si qoru ajaja isaa ka onnee kee keessa jiru eegu'uuf eeguu dhabuu kee akka beeku lafa gammoojji'ii keessa haga woggaa afurtamaa rakkinna keessa akka si masakka'aa akka si dabarse yaadadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, akka ati gad jettuuf, gadhaa keeti keessa waan jiru, ajaja isaa akka ati eegattu yookiin hin eeganne beekiisaaf, haga si ilaaliisaaf jedhee, karaa inni goomolee keessa woggaa afurtama si sooresse qaabadhu.