Deuteronomy 8:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa keesani keesa beekha, akuma abbaani ilma ufi ka jallatu d'aane qajeelchu AABBO Waaqileeni akasuma d'aane isani qajeelcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma namni ilma ufii gorsu Rabbi Waandhi kee akka si gorsu beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ijoollee ifii akkuma adabu, Mootiin Waan Maraa Waaqi keetille akka si adabu gadhaa keeti keessatti beeki.