Deuteronomy 9:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli d'agaya! Isani arra galaana Yordani taakitani lafa gosa isani ira guddotifi isani ira jajabdu fud'achu d'at'ani. Diri worraa gudda, old'eeresani, d'akhaani marsani jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati Israa'el! dhagayi; orma si caalaa jabaatanii qachoota gugurdoo haga Sami'ii ijaaramte dhaalu'uuf adha Yoordaanosiin ceeta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Israa'el! Dhage'i. Ati adha qachoota gugurdaa dalleenni isaanii ka dhaka'aa haga gubba'aa ol dheeratu, gosa biyya adda addaa ta si caalaa bacattuu fi si caalaa hunna qaddu irraa fudhatiisaaf laga Yordaanosii gamatti hin buuta.