Deuteronomy 9:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle eegi guyya afurtamatiifi bulti afurtama suni AABBO waaqi d'akha hahafalicha lamaani kaani, ka wold'aqisa irati t'aafani, naa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaan maayessa dhagaa baxxee barreeffamaa lamaanii fi dhagaa barreeffamaa waada'aa naa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dhuma guyyaa afurtamaatii fi halkan afurtamaa sanitti, dhakaa baxxicha gondooro'oo san natti kenne.