Deuteronomy 9:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ammalle waan nani jed'e, Anini worra kana yayu arge aka mataani worraa jajaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi, ‹baniin kun banii lum'a jabaatu akka ta'e argeera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa, anaan, «Kolbaan tun kolbaa mataa jabaattu akka teete ani dhugumaan dhaggeera.