Deuteronomy 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na lakisi, aka anini maqa worra balleese, nami deebie inqaabanne. Duuba anini si fuud'e, abba gosa guddo worra ira jabduu si tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka maqaa isaanii Sami'ii gaditti lafa irraa balleessuuf na dhiisi; si garuu banii isaan caaluuf kana caalaa guddaa ta'eef abbaa si godha› jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani isaan balleessee maqaa isaanii lafa irraa haxowu na lakkisi; ani isaan caalaa gosa jadduu bacaa si hin godha» jedhe.