Deuteronomy 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini lafa d'ae guyya afurtamatiifi halkani afurtama, AABBO Waaqa dura, ka woma nyaad'e ind'ugini ch'iise. Wonti anini akasi taheefi, waan isani AABBO Waaqati daba tolchitani isaa dallansiiftanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
cubbuu hojjattan maraaf Rabbiin aarsu'uuf waan hamaa Rabbiin afo'otti waan gootaniif Rabbi isin balleessu'uuf lola inni loleef waan hamaa isin irra gawuuf waan sodaadheef;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ammalle, isin ila Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu isa aarsu hujiisaan, cubbuu hujjane maraaf, ani sagalee adoo hin nyaatin, bisaanille adoo hin unin guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama fuula isaa duratti gombifame.