Deuteronomy 9:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dallansu hamtu AABBO Waaqaa, ka inni diquma isani imballeesini guddo sodaad'e, ammo AABBO Waaqi ammalle na d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma asiin duraa Rabbiin afo'otti guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa sagade buddeena hin nyaanne; bisaanillee hin dhunne; hennaa san Rabbi naa dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa aaree isin balleessiisaaf waan ka'eef, ani aari'ii fi mufii isaa sodaadhe. Mootiin Waan Maraa ammoo ammalle naaf dhage'e.