Deuteronomy 9:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan daba suni ka isani mid'aasitani — korma sibiila kaani — fuud'e, ibida keesa buuse, ch'ach'abse, bulleese d'uke tolche, d'uke suni bisaani gaara ira yaati jisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
fakii waatiyyo'oo ka bassitanii hojjattan san fakii badaa cubbu'uun guuttame fuudhee ibidda keessa buusee caccabse; daaraa san bisaan gaara irraa gad yaa'utti jisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hujii cubbittii teessan, waaqa dharaa fakkii jabbi'iitiin hujjane sanille fuudhee ibiddaan gube. Achiin duuba fakkii san butuchee daakee bulleessee bukuu san bisaan gaara irraa gad bu'utti naqe.