Deuteronomy 9:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa inni Kadesh-Barnea isani godaansise, Beena, lafa anini isani kenne fud'ad'a isaniini jed'e, isani isa ch'aqasu diddani d'ugefachule diddani ammalle saalfachuufi diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi, ‹Baya'aatii lafa isinii kenne dhaalaa› jedhee Qaadeesii Barene'ee erge jecha Rabbii Waaqa keessaniitii hin ajajamne, isatti hin amanne; laagaa isaallee hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Qaadesh-Barne'aa yennaa isin baase, inni, «Dhaqa'aatii lafa ani isiniif kennu qabadha'a» jedhe. Isin ammoo ajaja isaa irratti finqila kaattane malee, isatti hin addanne yookiin isaaf hin ajajanne.