Deuteronomy 9:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma anini isani arge isani dubbi AABBO Waaqa diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa ani isin beeke irraa jalqabee isin namoota Rabbiin dhibu turtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani isin beekeen jalqaddanee, isin Mootii Waan Maraa irratti finqiluma kaasiisatti jirtan.