Deuteronomy 9:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini lafa d'ae, AABBO Waaqa dura guyya afurtamatiifi halkani afurtama ch'iise; wonti akanatiifi anini yayu aka inni isani balleesu fed'u arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan Rabbi isin balleessa jedhee dubbateef guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Isin balleessa» waan jedheeruuf, ani fuula Mootii Waan Maraa duratti guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama gombifame.