Deuteronomy 9:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini waan jed'e, Ee AABBO Waaqa gudda, gumi taante tana, ta atini jabeenna harka keetitiini fuute, lafa Misiri keesaa baafte, imballeesini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waandhana! banii hunna kee gudda'aan furte, ka irree kee jaba'aan biyya Misiriitii baafte banii keetii fi ristii kee hin balleessin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara Mootii Waan Maraa daadimadhee, «Ee Gootta'a, Mootii Waan Maraa, qabeenna keeti ka te'ane, kolbaa teeti ta hunna teeti guddo'oo fi irree teeti jaddu'uun wodattee biyya Gibxi'ii keessaa baatte hin balleessin.