Deuteronomy 9:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattu tante Abrahamufi, Isaaqofi Yakobo qaabad'u: mata jabeennaafi hameennaafi ch'ubbu worra kana ilaalte gula indeemini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garboota tee Abrahaam, Yisaaqii fi Yaaqoobiin yaadadhu; mata jabeenna banii keetii, hammeenna isaaniitii fi cubbuu isaanii hin laalin›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltoota teeti Abrahaam, Yisihaqii fi Yaaqoob qaabadhu. Mataa-jabeenna, hammeennaa fi cubbuu kolbaa tanaa hin ilaalin.