Deuteronomy 9:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo hegeri atini akasi taate, worri Misiri waan jed'u me ilaala, AABBO Waaqi lafa inni worra kakhate geesu dad'abe worra jibbe amatana lafa aloo tanatini d'ufe hobaasu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo kana ta'uu baate garuu akka Waandhi jecha abdi'ii isaanii kennetti Waandhi banii ufii gara lafattii sanii galchuu dadhabe› jedhanii worri biyya Misirii uf jajuu jalqaban; akkasuma ‹Rabbi banii ufii waan jibbeef isaan fixuu muratee gara lafa gammoojji'ii isaan baase› akka hin jenne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo akkas hin te'in, worri Gibxi'ii nu'uun: Mootiin Waan Maraa lafa isaanii waadaa galetti isaan galchuu waan dadhabeef, inni waan isaan jibbeef goomolee keessatti isaan ijjeesiisaaf isaan baase hin jedhan.