Deuteronomy 9:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo taatule worri kunini worra atini fohate gumi tante tolfate lafa Misiri jabeennaafi irre tanteetiini keesa baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baniin kun banii hunna kee gudda'aa fi irree kee jaba'aan biyya san keessaa isaan baafte isaan garuu ristii keeti» jedhee Waaqa kadhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo qabeenna keeti ka te'ane, kolbaa teeti ta ati hunna teeti guddo'oo fi irree teeti diriirsitee biyya Gibxi'ii keessaa baatte» jedhe.