Deuteronomy 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro dansumafi qajeeluma teesanitifi AABBO Waaqi lafa suni isanii inkennu, ammo maro hameenna worraatifi maro inni kakhu duri ababoota teesani Abrahamufi. Isaaqofi Yakobooti kakhate guutu fed'uufi, inni worra lafa keesaa isaani duraa gussa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ati lafa isaanii dhaalu'uuf seentuuf waan qulqullummaa keetiitii fi waan wolabummaa keetiitiifii miti; garuu Rabbi Waandhi kee sababaa orma cubbamtoota afoo keetii balleessuuf waan waadaa abboota keetii Abrahaam, Yisaaqii fi Yaaqoobii gale akka raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa isaaniititti galtee wonni dhaaltuuf, balchummaa teetii fi qajeelummaa teetiin adoo hin te'in, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti abbootii teeti Abrahaam, Yisihaqii fi Yaaqoobiif waan kakate muummessiisaaf, gosa biyya adda addaa tana marroo hammeenna isaaniitiif si duraa ari'ee baasa.