Deuteronomy 9:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi beekha, AABBO Waaqi lafa gabbo tana maro dansuma teesanitifi isani kennuti injiru. Isani worra mata jajabaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ati banii garaa jabaatu waan taateef wonti Rabbi Waandhi kee lafa michuu tana sii kenneef waan qajeellummaa keetiitiif akka hin taane beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan mataa jabaattuuf, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti lafa dansaa tana ka sii kennuuf, balchummaa teetiif akka hin te'in beeki.