Deuteronomy 9:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deebitani inded'ina, aka isani AABBO Waaqa keesani lafa aloo ta gamooji keesati dallansiiftani. Haguma gaafa duri lafa Misiriti kaatani armaani baatani isani dubbi isaa diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii Waaqa kee lafa gammoojji'ii keessatti akka aarsitee guyyaa biyya Misiriitii baate irraa jalqabee haga hulee tana dhuftanitti worra Waaqa dhibu akka taatan yaadadhu; hin irraanfatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goomolee keessatti Mootii Waan Maraa Waaqa keeti attam akka aarsite qaabadhu; ijjumaa hin dedhin. Guyyaa biyya Gibxi'iitii baatee jalqaddee, haga guyyaa as geettuutitti Mootii Waan Maraa irratti finqila kaatteerta.